Header Ads Widget

Spur Protocol Kurmaana 3ffaa Bara 2025 Keessa List Ni Ta'a.

Akka Roadmap Spurs Protocol irra hubachuun danda'amuttii token'n Spur Son Network irratti Bara 2025 Q3 keessa jechuun Ji'oota Adooleessa irra eegalee hanga Fulbaanaatti list ni ta'a jedhamee eegama. Spurs Protocol irratti qabxiin argattu kallattumaan(1:1) token tti kan jijjiiramuudha. 

Airdroppii kana hojjachuuf tartiiba armaan gadii hordofuu dandeessu.


1 Galmaa'uuf gadiitti Register Here kan jedhu banuun ni galmooftu. Yeroo galmooftu iddoo Referral Code jedhuutti code gadi kana qubaan tuquun copy gootani paste itti gochuun fayyadamuu dandeessu.


Referral Code 👉  iKLw52P97

Register Here


2 Gara jalaatti Download App kan jedhu banuun application buufachuu ni dandeessu. Appilikeeshinni SpurPro Play Store irraa yoo isiniif bu'uu didee apk isaa kan salphumatti Download godhachun itti fayyadamuu dandeessan asirratti isiniif maxxansina.

👉 Download App


3 Erga App buufattee booda Login kan jedhu tuquun Username fi password jalqabaa asirratti ittin galmoofte turte itti galchuun ni seentu.



4 Erga seentanii booda Mining isaa sa'atii 12 tti yeroo tokko Harvest gochuu, akkasumaas guyyaatti yeroo tokko seenuun Spin gochuu, Puzzle Word Sirreessuu fi Treasure banuun token walitti qabachuu dandeessu.




Hub: Yeroo galmooftu Username fi Password sirriitti yaadachuu dandeessu itti godhachu qabda. Sababni isaa kana booda Login gochuuf kan ati fayyadamuu dandeessu Password fi Username kee qofa ta'a.

Post a Comment

0 Comments